Walaloo Afaan Oromoo Pdf Download - Listen.or. Ilmaan Afran Qalloo immoo Afran ilmaan Qalloo yammuu tahan isaaniis Oborraa, baabbile,Dagaafi Ala jedhamuun beekaman. ![]() Oromoo: Gosoonni Oromoo kan Ilmaan bareentummaa tahan keessaa kan harargee keessa jiraatan ilmaan Humbannaa/Aniyyaati isaaniis ilmaan sadan Sadachaa Baabboo,Malkaa fi Danbee jedhamuun yammu beekaman ilmaan Afran kodheellee immo Biduu, Annaa, macca fi Kooyyee jedhamuun beekaman.
0 Comments
Leave a Reply. |
AuthorWrite something about yourself. No need to be fancy, just an overview. ArchivesCategories |